Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 1

40 Warra waan Yahyaan dubbate dhagaʼanii Iisaa duukaa buʼan lamaan keessaa inni tokko Indiriiyaas obboleessa Simoon Phexros ture. 41 Innis duraan dursee obboleessa isaa Simoonin argatee, "Nu Al-Masiihicha arganneerra" jedheen; Al-Masiihii jechuun Kiristoos jechuu dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também