Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 1

28 Malaʼikkaan Allaaha sunis gara ishee dhaqee, "Yaa ishee surraa argatte; nagaan siif haa taʼu! Gooftaan si wajjin jira" jedhe.

29 Mariyaam garuu dubbii malaʼikkaa sanaatiin akka malee jeeqamtee, "Kun nagaa akkamiitii?" jettee yaadde. 30 Malaʼikkaan sun garuu akkana isheedhaan jedhe; "Yaa Mariyaam, hin sodaatin; ati Allaah biraa surraa argatteertaatii. 31 Kunoo ni ulfoofta; Ilmas ni deessa; maqaa isaas Iisaa jettee moggaafta.

Veja também