Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 15

Fakkeenya Hoolaa Badee

1 Gaaf tokko warri qaraxa fuudhanii fi cubbamoonni hundi Iisaa dhaggeeffachuudhaaf isa biratti walitti qabamaa turan. 2 Fariisonnii fi barsiistonni seeraa garuu, "Namichi kun cubbamoota simata; isaan wajjinis ni nyaata" jedhanii guunguman.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também