Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 15

20 Innis kaʼee gara abbaa isaa dhaqe.

"Garuu utuu inni fagoo jiruu abbaan isaa isa argee akka malee garaa laafeef; gara ilma isaattis fiigee itti marmee dhungate.

21 "Gurbichis, Yaa abbaa ko, ani shamaayʼunii fi sitti cubbuu hojjedheera; siʼachi ilma kee jedhamuun naaf hin malujedheen.

22 "Abbaan isaa garuu garboota isaatiin akkana jedhe; Dafaatii uffata uffata hunda caalu fidaa isatti uffisaa; quba isaatti qubeelaa, miilla isaattis kophee kaaʼaa. 23 Dibicha gabbataa fidaatii qalaa; haa nyaannuu; haa gammannus.

Veja também