Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 16

23 Utuu Siiʼool keessatti dhiphachaa jiruus ol milʼatee Ibraahimin fagootti, Alʼaazaarin immoo bobaa Ibraahim keessatti arge. 24 Innis iyyee, Yaa Abbaa koo Ibraahim, waan ani ibidda kana keessatti dhiphachaa jiruuf maaloo garaa naa laafiitii akka inni fiixee quba isaa bishaan keessa cuuphee arraba koo naa qabbaneessuuf Alʼaazaarin naa ergijedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também