Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 8

2 dubartoonni hafuurota hamoo fi dhibee irraa fayyifaman tokko tokkos isa wajjin turan; isaanis Mariyaam ishee Magdalaa kan hafuuronni hamoon torba ishee keessaa baʼan, 3 Yohaanaa niitii Kuuzaa isa eegduu mana Heroodis turee, Suusanaa fi dubartoota biraa baayʼee turan. Dubartoonni kunneenis waan qabaniin Iisaa fi barattoota isaa tajaajilaa turan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também