Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 6

17 Heroodis mataan isaa akka Yahyaan qabamee, hidhamee mana hidhaatti galfamu ajajee tureetii. Innis sababii niitii obboleessa ofii isaa Fiiliphoos, sababii Heroodiyaas ishee ofii fuudhee ture sanaatiif jedhee waan kana godhe. 18 Yahyaanis Heroodisiin, "Ati niitii obboleessa keetii fuudhuun kee seera miti" jedhaanii tureetii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também