Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 4

Iisaan Qoramuu Isaa

1 Ergasii Iisaan akka ibliisiin qoramuuf Hafuuraan gammoojjiitti geeffame. 2 Innis erga guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama soomee booddee ni beelaʼe.

Veja também