89 Muusaan yommuu Rabbii Allaah wajjin dubbachuuf dunkaana wal gaʼii ol seenetti teessoo araaraa kan taabota kakuu seeraa irra jiruun olitti kiirubeelii lamaan gidduudhaa sagalee isatti dubbatu dhagaʼe. Rabbii Allaahan isa wajjin dubbate.
Publicidade
Publicidade