Pular para o conteúdo
Publicidade

Zakariyaa 11

12 Anis, "Yoo wanni kun waan gaarii isinitti fakkaate, gatii koo naaf kennaa; yoo taʼuu baate immoo dhiisaa" nan jedheen. Kanaafuu isaan meetii soddoma naaf kennan.

13 Rabbii Allaahanis gatii gaarii isaan itti na shallagan sana, "Mankuusa keessa buusi!" naan jedhe. Kanaafuu ani meetii soddomman sana fuudhee mana Rabbii Allaah keessatti mankuusa keessa nan buuse.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também