18 Isheenis Iliyaasiin, "Yaa nama Allaaha, ati hammina maalii narraa qabda? Ati waaʼee cubbuu koo na yaadachiiftee ilma koo ajjeesuuf dhuftee?" jette.