Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Mootota 19

20 Al-yaasaʼaanis qotiyyoo ofii isaa dhiisee Iliyaas duukaa fiigee, "Mee takkaa dhaqee abbaa koo fi haadha koo dhungadhee, Nagaattijedheen si duukaa buʼaa" jedhe.

Iliyaas immoo, "Deebiʼi; ani maalin si godhee jira?" jedhee deebiseef.

21 Kanaafuu Al-yaasaʼaan isa dhiisee deebiʼe. Qotiyyoo cimdii tokkoo fuudhee qale. Miʼa ittiin lafa qotiisaa qotu sanas bobeessee foon sana bilcheessee namootaaf kenne; isaanis ni nyaatan. Ergasiis kaʼee Iliyaas duukaa buʼe; tajaajilaa isaas taʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também