Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Reis 13

21 Gaaf tokko warri Israaʼel utuu namicha duʼe tokko qabbaruutti jiranuu garee saamtotaa tokko argan; kanaafuu reeffa namichaa qabrii Al-yaasaʼaatti darbatan. Reeffi sun lafee Al-yaasaʼaa tuqnaan namichi sun duʼaa kaʼee miiluma ofii isaatiin dhaabate.

Veja também