Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Mootota 4

16 Al-yaasaʼaan, "Ati waggaa dhufu keessa yeroo kanatti ilma ni hammatta" jedheen.

Isheen immoo, "Akkas miti yaa gooftaa koo; yaa nama Allaaha, ati garbittii kee hin gowwoomsin!" jette.

Veja também