Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 1

Dhalachuu Yahyaa

5 Bara Heroodis mootii Yihuudaa turetti ramaddii lubummaa Abiyaa keessaa luba Zakariyaa jedhamu tokkotu ture; niitiin isaa Elsaabeexis sanyii Haaruun. 6 Lamaan isaanii iyyuu ajajaa fi seera Gooftaa hunda mudaa malee eeguudhaan fuula Allaaha duratti qajeeltota turan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também