63 Innis gabatee irratti barreessu kadhatee, "Maqaan isaa Yahyaa" jedhee barreesse; hundi isaaniis ni dinqifatan. 64 Yommusuma afaan isaa banamee arrabni isaa hiikame; innis Allaah galateeffachuudhaan dubbachuu jalqabe.
Publicidade