Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 10

21 Iisaan yeroo sana Hafuura Qulqulluudhaan gammachuun guutamee akkana jedhe; "Yaa Abbaa, Gooftaa shamaayʼuniitii fi lafaa, sababii ati wantoota kanneen ogeeyyii fi hubattoota jalaa dhoksitee daaʼimmanitti mulʼifteef ani sin galateeffadha. Eeyyee yaa Abbaa, ati waan kana gochuutti gammaddeertaatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também