Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 11

Iisaa fi Biʼeelzebuul

14 Iisaanis hafuura hamaa arrab-didaa taʼe tokko baasaa ture. Yommuu hafuurri hamaan sun baʼetti arrab-didaan sun ni dubbate; namoonnis ni dinqifatan.

Veja também