Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 14

Iisaan Mana Fariisicha Tokkootti

1 Guyyaa Sanbataa tokko yommuu Iisaan buddeena nyaachuuf mana Fariisicha beekamaa tokkoo dhaqetti, namoonni xiyyeeffatanii isa ilaalaa turan. 2 Namichi dhagni isaa dhiitaʼe tokkos fuula isaa dura ture. 3 Iisaanis, "Guyyaa Sanbataatiin nama fayyisuun ni eeyyamama moo hin eeyyamamu?" jedhee Fariisotaa fi hayyoota seeraa gaafate. 4 Isaan garuu ni calʼisan; innis namicha harkaan qaqqabee fayyisee gad isa lakkise.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também