Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 17

Dhufaatii Mootummaa Allaah

20 Fariisonnis mootummaan Allaaha yoom akka dhufu Iisaa gaafatan; innis akkana jedhee deebiseef; "Mootummaan Allaaha namatti mulʼachaa hin dhufu; 21 namoonnis, Mootummaan Allaaha kunoo as jirayookaan Kuunnoo achi jirahin jedhan; mootummaan Allaaha isin gidduu jiraatii."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também