Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 18

Fakkeenya Fariisichaatii fi Namicha Qaraxa Walitti Qabuu

9 Iisaanis namoota qajeelummaa ofiitti amananii warra kaan immoo tuffatanitti akkana jedhee fakkeenya kana hime.

14 "Ani isinittin hima; namichi kun namicha duraa irra fuula Allaaha duratti qajeelaa taʼee mana isaatti gale. Namni ol of qabu hundinuu gad qabamaatii; namni gad of qabu garuu ol qabama."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também