Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 2

10 Malaʼikkaan sun garuu akkana isaaniin jedhe; "Hin sodaatinaa. Kunoo, ani oduu gaarii baayʼee nama gammachiisu kan saba hundumaaf taʼu isinii fideeraatii. 11 Harʼa magaalaa Daawud keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Al-Masiihii Goofticha. 12 Kunis mallattoo isiniif taʼa: Daaʼima huccuudhaan maramee bidiruu keessa ciisu tokko ni argitu."

Veja também