13 Malaʼikkaa sana wajjinis raayyaan shamaayʼun irraa baayʼeen akkuma tasaa mulʼatanii Allaah galateeffachaa akkana jedhan;
14 "Shamaayʼunii gubbaatti ulfinni Allaahaf,
lafa irrattis nagaan namoota inni itti gammaduuf haa taʼu."