Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 2

4 Yuusufis manaa fi sanyii Daawud keessaa waan dhalateef magaalaa Naazreeti ishee Galiilaa keessaatii kaʼee gara magaalaa Daawud ishee Yihuudaa keessaa kan Beetlihem jedhamtuutti ol baʼe. 5 Innis kaadhima isaa Mariyaam ishee ulfa turte sana wajjin galmeeffamuu dhaqe. 6 Utuma isaan achi jiranuus yeroon daʼumsa ishee gaʼe. 7 Isheenis ilma ishee isa hangafa deesse. Waan mana bultii keessummootaa keessa iddoon hin jiraatiniif huccuudhaan martee bidiruu keessa isa ciibsite.

Veja também