Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 22

3 Ergasiis sheeyxaanni namicha Yihuudaa Keeriyoticha jedhamu kan jara Kudha Lamaan keessaa tokko ture sanatti gale. 4 Yihuudaanis gara luboota hangafootaatii fi ajajjoota waardiyyaa mana qulqullummaa dhaqee haala ittiin Iisaa dabarsee kennu irratti isaan wajjin mariʼate. 5 Isaanis gammadanii maallaqa isaaf kennuuf walii galan. 6 Innis tole jedhee yeroo namoonni hin jirretti Iisaa dabarsee isaanitti kennuudhaaf haala mijaaʼaa eeggachaa ture.

Veja também