Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 23

24 Kanaaf Phiilaaxoos waan isaan kadhatan sana isaaniif kennuu murteesse. 25 Innis namicha sababii fincilaatii fi sababii ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufame kan isaan akka inni hiikamuuf kadhatan sana gad dhiise; Iisaa immoo dabarsee fedhii isaaniitti kenne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também