Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 8

41 Namichi Yaaʼiiros jedhamu, bulchaan mana sagadaa tokko dhufee miilla Iisaa irratti kufee akka inni mana isaa dhaqu isa kadhate; 42 sababiin isaas intalli isaa tokkittiin, durbi umuriin ishee gara waggaa kudha lamaa taʼu tokko duʼuu geessee turte.

Utuu Iisaan deemaa jiruu namoonni qixa hundaan dhiibanii hafuura isa kutuu gaʼan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também