38 Lafti qotiisaa sun addunyaa dha; sanyiin gaariinis ijoollee mootummichaa ti. Inkirdaadni sun ijoollee isa hamaa sanaa ti; 39 diinni inkirdaada facaase immoo ibliis dha. Haamaan dhuma addunyaa ti; warri haaman immoo malaʼikkoota Allaaha ti.
Publicidade
Maatewos 13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.