18 "Sagaleen booʼichaatii fi wawwaannaa guddaan tokko
Raamaa keessaa dhagaʼame;
sababii isaan hin jirreef,
Raahel ijoollee isheetiif booʼaa jirti;
jajjabaachuus ni didde."2:18 Erm 31:15
18 "Sagaleen booʼichaatii fi wawwaannaa guddaan tokko
Raamaa keessaa dhagaʼame;
sababii isaan hin jirreef,
Raahel ijoollee isheetiif booʼaa jirti;
jajjabaachuus ni didde."2:18 Erm 31:15