59 Yuusufis reeffa sana fudhatee huccuu quncee talbaa irraa hojjetame qulqulluudhaan kafane; 60 innis qabrii ofii isaa kan garaa kattaa keessatti qotate haaraa tokko keessa kaaʼe. Dhagaa guddaa tokkos balbala qabrii sanaatti gangalchee biraa deeme.
Publicidade
Maatewos 27
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.