Pular para o conteúdo
Publicidade

Zakariyaa 12

Isa Waraanan Sanaaf Booʼuu Isaanii

10 "Ani mana Daawudii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi duʼaa nan dhangalaasa. Isaan ana isa waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booʼuutti ni booʼuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayʼisee gadduuttis ni gadduuf.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também