Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Seenaa 20

21 Yehooshaafaax erga namoota wajjin mariʼatee booddee akka isaan loltoota dura deemanii,

"Rabbii Allaah galateeffadhaa;

jaalalli isaa bara baraan jiraataatii"

jechaa Rabbii Allaah faarfatanii sababii ulfina qulqullummaa isaatiif isa leellisaniif faarfattoota muude.

22 Akkuma isaan faarfachuu fi galateeffachuu jalqabaniinis Rabbii Allaahan namoota Amoon kan Moʼaabii fi kan Gaara Seeʼiir kanneen Yihuudaatti duulan sana dura waraana riphee eeggatu tokko ni kaaʼe; isaanis ni moʼataman.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também