Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Jó 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 11–25 de 30

    11"Ammas akkan abdadhuuf jabinni koo maali?Akkan obsuufis humni koo maali?

    12Ani jabina dhagaa qabaa?Foon koos naasiidhaa?

    25Dubbiin qajeelaan akkam ulfaataa dha!Falmiin keessan garuu maal mirkaneessa?

  2. Jeremias 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 1–5 de 17

    1Rabbii Allaah yommuu ani iyyata koo fuula kee duratti dhiʼeeffadhuttiati yeroo hunda qajeelaa dha.Taʼu iyyuu ani waaʼee qajeelummaa keetii nan dubbadha;karaan jalʼootaa maaliif milkaaʼa?Warri hin amanamne hundi maaliif nagaan jiraatu?

    3Taʼus yaa Rabbii Allaah ati na beekta;na ilaaltees yaada ani siif qabu ni qorta.Akka hoolaa qalamuuf deemuutti harkisii isaan geessi!Guyyaa qalmaatiifis kophaatti isaan baasi!

    5"Ati namoota lafoo wajjin fiigdee ergaisaan si dadhabsiisanii,fardeen wajjin akkamitti dorgomuu dandeessa ree?Ati biyya nagaa keessatti erga gufatte,bosona Yordaanos keessatti akkam taata ree?

  3. Lucas 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 6–35 de 38

    6Sanyiin namaa hundinuus fayyisuu Allaaha ni arga.’ "3:6 Isa 40:3-5

    27ilma Yoonaan, ilma Resaa,ilma Zarubaabel, ilma Sheʼaltiiʼeel,ilma Neeri,

    35ilma Seruug, ilma Reʼuu,ilma Feleg, ilma Eeber,ilma Saalaa,

  4. Deuteronômio 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 12–18 de 33

    12Akkuma Rabbii Allaahan kee si ajajetti guyyaa Sanbataa qulqulleessuudhaan eegi.

    17Hin ajjeesin.

    18Hin ejjin.

  5. Levítico 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 13–41 de 59

    13lubichi isa haa qoru; kunoo yoo dhukkubni sun guutumaan guutuutti dhagna namichaa wal gaʼe inni akka namichi qulqulluu taʼe haa labsu. Waan dhagni isaa guutuun addaateef namichi sun qulqulluu dha.

    40"Namni yoo rifeensi mataa isaa dhumee molaaʼe inni qulqulluu dha.

    41Yoo rifeensi mataa isaa fuula duraan irraa dhumee molaaʼes inni qulqulluu dha.

  6. Mateus 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–7 de 25

    4Arraam Amiinaadaabin dhalche;Abiinaadaab Nahishoonin dhalche;Nahishoon Salmoonin dhalche;

    6Isseey Daawud Mooticha dhalche.Daawud niitii Uuriyaa irraa Suleyimaanin dhalche;

    7Suleyimaan Rehooboʼaamin dhalche;Rehooboʼaam Abiyaa dhalche;Abiyaan Asaafin dhalche;

  7. Romanos 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 11–29 de 29

    11Allaahan nama wal hin caalchisuutii.

    23Ati kan Seeraan of jajju seera cabsuudhaan Allaah ni salphiftaa?

    29Garuu nama keessa namummaa isaatiin Yihuudii taʼetu Yihuudii dha; dhagna qabaanis dhagna qabaa yaada garaa kan Hafuuraan taʼuudha malee seera barreeffameen miti. Namni akkasii Allaah biratti malee nama biratti hin jajamu.

  8. Salmos 150

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 150
    Mostrando versículos 1–6 de 6

    1Haalleluuyaa.Mana qulqullummaa isaa keessatti Allaah galateeffadhaa;shamaayʼuniiwwan isaa humna qabeeyyii keessattis isa galateeffadhaa.

    4dibbeedhaan shuubbisaatii isa jajadhaa;miʼa ribuutii fi ululleedhaan isa jajadhaa.

    6Wanni hafuura baafatu hundinuu Rabbii Allaah haa jajatu.Haalleluuyaa.

  9. Êxodo 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 18–22 de 37

    18Gama kibba dunkaana qulqulluu sanaatiifis tuggeewwan digdama hojjedhu;

    20Gama dunkaana qulqulluu sanaa kaaniifis karaa kaabaatiin tuggeewwan digdama tolchi;

    22Karaa lixa biiftuutiin, dugda duuba dunkaana qulqulluu sanaatiif tuggee jaʼa tolchi;

  10. 1 Coríntios 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 16–22 de 33

    16Xoofoon eebbaa kan nu eebbifnu sun dhiiga Al-Masiihii wajjin tokkummaa qaba mitii? Buddeenni nu caccabsinu sunis foon Al-Masiihii wajjin tokkummaa qaba mitii?

    19Egaa maal jechuu koo ti? Nyaanni waaqeffatamtoota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffamu wayi moo ree yookaan Allaahan tolfamaan wayi moo ree jechuu kootii?

    22Nu Gooftaa hinaaffaaf kakaafnaa? Nu isa caalaas jabaannaa?

  11. Provérbios 22

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 1–11 de 29

    1Maqaan gaariin badhaadhummaa guddaa caalaa filatamaa dha;kabajamuunis meetii fi warqee caala.

    7Sooressi hiyyeessa bulcha;liqeeffataan garbicha liqeessituu ti.

    11Nama qulqullina garaa jaallatuu fidubbiin isaa namatti tolu mootiin michuu isaaf taʼa.

  12. 1 Crônicas 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–18 de 24

    3shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;jaʼaffaan Yitreʼaam kan inni niitii isaa Eglaa irraa dhalchee dha.

    7Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

    18Malkiiraam, Phedaayaa, Shenaaxaar, Yeqameyaa, Hooshaamaa fi Nedaabiyaa.

  13. Jó 38

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 38
    Mostrando versículos 18–37 de 41

    18Balʼina lafaa guddaa sana hubatteertaa?Yoo kana hunda beekte dubbadhu.

    25Eenyutu lolaadhaaf boʼoo,bakakkaadhaaf immoo daandii baasee,

    37Eenyutu duumessoota lakkaaʼuuf ogummaa qaba?Eenyutu okkotee bishaan shamaayʼun

  14. Jeremias 49

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 4–31 de 39

    4Ati maaliif sulula keetiin boonta?Maaliif sulula kee gabbataa sanaan boonta?Yaa intala hin amanamne ati sooruma kee abdattee,‘Eenyutu na tuqa?’ jetta.

    25Magaalaan beekamaan,magaalaan ani itti gammadu sun akkam gatamti!

    31"Kaʼaatii saba nagaa qabu kan of amanatee jiraatusaba karra yookaan danqaraa karraa hin qabne sanatti duulaa;uummanni isaa kophuma ofii isaa jiraata"jedha Rabbii Allaahan.

  15. Números 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 11–31 de 65

    11Ilmaan Qooraahi garuu hin duune.

    13karaa Zeraan, balbala Zerootaa;karaa Shaawul, balbala Shaawulootaa ti.

    31karaa Asriʼeel, balbala Asriiʼeelotaa,karaa Sheekem, balbala Sheekemotaa;

  16. Deuteronômio 18

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 3–13 de 22

    3Qoodni luboonni saba aarsaa kormaa yookaan hoolaa dhiʼeessu irraa argachuu malan foon harkaa, kan mangaagaatii fi miʼa garaa ti.

    7innis akkuma Lewwota fuula Rabbii Allaah dura dhaabatanii tajaajilaniitti achitti maqaa Rabbii Allaah isaatiin haa tajaajilu.

    13Ati fuula Rabbii Allaah keetii duratti hirʼina malee jiraachuu qabda.

  17. Lucas 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 3–30 de 52

    3Namni hundinuu galmeeffamuuf gara magaalaa itti dhalatee dhaqe.

    14"Shamaayʼunii gubbaatti ulfinni Allaahaf,lafa irrattis nagaan namoota inni itti gammaduuf haa taʼu."

    30Iji koo fayyina kee isa ati

  18. Isaías 32

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 32
    Mostrando versículos 12–17 de 20

    12Lafa qotiisaa gaariif,muka wayinii ija naqatuufis laphee keessan dhaʼaa;

    16Murtii qajeelaan gammoojjii keessa jiraata;qajeelummaan immoo lafa qotiisaa gabbataa keessa jiraata.

    17Buʼaan qajeelummaa nagaa dha;faayidaan qajeelummaa immoo utuu hin birʼatintasgabbiin bara baraan jiraachuu dha.

  19. Romanos 9

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 4–30 de 33

    4isaan saba Israaʼel. Ilmummaan, ulfinni, kakuun, seera fudhachuun, tajaajiluu fi waadaan kan isaanii ti.

    14Egaa maal jenna ree? Allaahan jalʼaadhaa? Gonkumaa akkas miti!

    30Egaa maal jenna ree? Namoonni Ormaa kan qajeelummaa duukaa hin buʼin qajeelummaa karaa amantiitiin taʼe argataniiru.

  20. Salmos 136

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 1–26 de 26

    1Rabbii Allaahaf galata galchaa; inni gaariidhaatii.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    2Allaah waaqeffatamtootaatiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    26Allaah shamaayʼuniitiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo