7 Magaalaawwan Rabbii Allaahan kee siif kennu keessatti yoo obboloota kee gidduu hiyyeessi jiraate obboleessa kee sana irratti garaan kee hin jabaatin yookaan isa gargaaruu irraa harka kee hin deebifatin. 8 Qooda kanaa harka kee isaaf diriirsiitii waan isa gaʼu liqeessiif.
Publicidade
Keessa Deebii 15:7,8
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
7 መጋላወን ዋቀዮ ዋቅንኬ ሲፍ ኬኑ ኬሰት ዮ ኦቦሎተኬ ግዱ ህዬስ ጅራቴ ኦቦሌሰኬ ሰነረት ገራንኬ ህንጀባትን ዮካን እሰ ገርጋሩራ ሀርከኬ ህንዴብፈትን። 8 ቆደ ከና ሀርከኬ እሳፍ ድሪርሲቲ ዋን እሰ ገኡ ልቄሲፍ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
7 Magaalaawwan Waaqayyo Waaqni kee siif kennu keessatti yoo obboloota kee gidduu hiyyeessi jiraate obboleessa kee sana irratti garaan kee hin jabaatin yookaan isa gargaaruu irraa harka kee hin deebifatin. 8 Qooda kanaa harka kee isaaf diriirsiitii waan isa gaʼu liqeessiif.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.