Pular para o conteúdo
Publicidade

Keessa Deebii 18:9-12

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Hojiiwwan Jibbisiisoo

9 Ati yommuu biyya Rabbii Allaahan kee siif kennutti galtutti, hojii balfamaa saboonni achi jiraatan hojjetan sana hojjechuu hin baratin. 10 Namni ilma isaa yookaan intala isaa ibiddatti aarsaa godhu, namni waa himu yookaan falfala hojjetu, namni milkii ilaalu, tolfattuun, 11 yookaan xibaartuun, ilaaltuun yookaan eker dubbistuun yookaan namni nama duʼe wajjin dubbatu tokko iyyuu gidduu keetti hin argamin. 12 Namni waan akkasii hojjetu kam iyyuu fuula Rabbii Allaah duratti balfamaa dha; sababii hojii jibbisiisaa kanaatiifis Rabbii Allaahan fuula kee duraa saboota ariʼee ni baasa.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    9 አት ዮሙ ብየ ዋቀዮ ዋቅንኬ ሲፍ ኬኑት ገልቱት፣ ሆጂ በልፈማ ሰቦትን አች ጅራተን ሆጄተን ሰነ ሆጄቹ ህንበረትን። 10 ነምን እልመሳ ዮካን እንተለሳ እብደት ኣርሳ ጎዹ፣ ነምን ዋ ህሙ ዮካን ፈልፈለ ሆጄቱ፣ ነምን ምልኪ እላሉ፣ ቶልፈቱን፣ 11 ዮካን ጥባርቱን፣ እላልቱን ዮካን ኤኬር ዱብስቱን ዮካን ነምን ነመ ዱኤ ወጅን ዱበቱ ቶኮዩ ግዱኬት ህንአርገምን። 12 ነምን ዋን አከሲ ሆጄቱ ከምዩ ፉለ ዋቀዮ ዱረት በልፈማዸ፤ ሰበቢ ሆጂ ጅብሲሳ ከናቲፍስ ዋቀዮ ዋቅን ፉለኬ ዱራ ሰቦተ አርኤ ንባሰ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    9 Ati yommuu biyya Waaqayyo Waaqni kee siif kennutti galtutti, hojii balfamaa saboonni achi jiraatan hojjetan sana hojjechuu hin baratin. 10 Namni ilma isaa yookaan intala isaa ibiddatti aarsaa godhu, namni waa himu yookaan falfala hojjetu, namni milkii ilaalu, tolfattuun, 11 yookaan xibaartuun, ilaaltuun yookaan eker dubbistuun yookaan namni nama duʼe wajjin dubbatu tokko iyyuu gidduu keetti hin argamin. 12 Namni waan akkasii hojjetu kam iyyuu fuula Waaqayyoo duratti balfamaa dha; sababii hojii jibbisiisaa kanaatiifis Waaqayyo Waaqni fuula kee duraa saboota ariʼee ni baasa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.