Pular para o conteúdo
Publicidade

Yushuʼaa 22

5 Garuu akka Rabbii Allaah keessan jaallattaniif, akka karaa isaa hunda irra deemtaniif, akka ajajawwan isaa eegdaniif, akka isatti maxxantanii fi akka garaa keessan guutuu fi lubbuu keessan guutuudhaan isa tajaajiltaniif ajajaa fi seera Muusaan garbichi Rabbii Allaah isinii kenne sana jabeessaa eegaa."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também