16 Sabnis akkana jedhee deebiseef; "Waaqeffatamtoota sobaa kanneen biraa tajaajiluudhaaf jennee Rabbii Allaah dhiisuun nurraa haa fagaatu! 17 Kan biyya Gibxi, biyya garbummaa sana keessaa nuu fi abbootii keenya baasee waan mallattoowwan gurguddaa sana ija keenya duratti hojjete Rabbii Allaah keenyaa dha. Inni karaa keenya hunda irrattii fi saboota nu gidduu isaanii tarre sana hunda gidduutti nu eege.
Publicidade
Yushuʼaa 24
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.