Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 1

13 Malaʼikkaan sun garuu akkana isaan jedhe; "Yaa Zakariyaa, hin sodaatin; duʼaan kee dhagaʼameera. Niitiin kee Elsaabeex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yahyaa jedhii moggaasi. 14 Ati ilillee fi gammachuu ni qabaatta; namoonni baayʼeenis dhalachuu isaatti ni gammadu;

Veja também