Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 1

34 Mariyaamis, "Ani durba; yoos wanni kun akkamitti taʼuu dandaʼa ree?" jettee malaʼikkaa sana gaafatte.

35 Malaʼikkaan sunis akkana jedhee deebiseef; "Hafuurri Qulqulluun sirra buʼa; humni Allaah Waan Hundaa Oliis si golbooba. Kanaaf inni qulqulluun dhalatu sun Ilma Allaaha ni jedhama.

Veja também