42 "Yaa Abbaa, yoo fedhii kee taʼe, xoofoo kana narraa fuudhi; garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin." 43 Malaʼikkaan Allaaha tokkos shamaayʼun irraa isatti mulʼatee isa jajjabeesse. 44 Innis lubbamee jabeessee duʼaa godhate; dafqi isaas akka coccopha dhiigaa lafatti cophaa ture.
Publicidade