Publicidade

Lucas 24

Iisaan Shamaayʼuniitti Ol Baʼe

50 Innis achii baasee hamma Biitaaniyaatti isaan geesse; harka isaa lamaanis ol kaafatee isaan eebbise. 51 Utuma isaan eebbisaa jiruus isaan dhiisee shamaayʼuniitti ol fudhatame.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-