Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 3

8 Egaa ija qalbii jijjiirrannaa mirkaneessu naqadhaa. Isin, Abbaan keenya Ibraahimii dhaofiin jechuu hin jalqabinaa. Allaahan dhagoota kanneen irraa Ibraahimiif ijoollee kaasuu akka dandaʼu ani isinittan himaatii.

Veja também