Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 5

Iisaan Waaʼee Soomaa Gaafatamuu Isaa

33 Isaanis, "Barattoonni Yahyaa yeroo baayʼee ni soomu; duʼaa godhatus; barattoonni Fariisotaas akkasuma godhu; barattoonni kee garuu ni nyaatu; ni dhugus" jedhaniin.

34 Iisaan immoo akkana jedhee deebise; "Isin utuu inni isaan wajjin jiruu michoota misirrichaa soomsisuu ni dandeessuu? 35 Garuu yeroon itti misirrichi isaan biraa fudhatamu ni dhufa; isaanis yeroo sana ni soomu."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também