Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 7

33 Yahyaan yeroo dhufetti buddeena hin nyaatu, daadhii wayiniis hin dhugu tureetii; isin immoo, Inni hafuura hamaa qabajettu. 34 Ilmi Namaa nyaachaa, dhugaas dhufe; isin immoo, Kunoo albaadhessaa fi machaaʼaa, michuu qaraxxootaatii fi cubbamootaajettu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também