Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 9

Iisaan Barattoota Kudha Lamaan Erguu Isaa

1 Iisaan warra Kudha Lamaan walitti waamee, akka isaan hafuurota hamoo hunda baasanii fi akka dhibeewwan fayyisaniif humnaa fi taayitaa kenneef; 2 inni akka isaan mootummaa Allaaha labsanii fi akka dhukkubsattoota fayyisaniif isaan erge.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também