Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 9

32 Phexrosii fi warri isa wajjin turan garuu akka malee mugan; yeroo dammaqanitti immoo ulfina Iisaatii fi namoota Iisaa wajjin dhadhaabachaa turan lamaan argan. 33 Phexrosis akkuma namoonni sun Iisaa biraa deemuu jalqabaniin, "Yaa Gooftaa, as jiraachuun nuuf gaarii dha. Daasii sadii jechuunis tokko siif, tokko Muusaaf, tokko immoo Iliyaasiif ni ijaarra" jedhe. Inni waan dubbatu hin beeku ture.

Veja também