15 Innis, "Isin hoo? Eenyu anaan jettu?" jedhee gaafate.
16 Simoon Phexrosis, "Ati Al-Masiihii, Ilma Allaah jiraataa ti" jedhee deebise.
17 Iisaan immoo akkana jedhee deebiseef; "Yaa Simoon ilma Yoonaa, ati eebbifamaa dha; kana abbaa koo isa shamaayʼun irraatu siif ibse malee nama miti.