Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 26

Yihuudaan Iisaa Dabarsee Kennuuf Walii Galuu Isaa

14 Ergasiis warra Kudha Lamaan keessaa namichi Yihuudaa Keeriyotii jedhamu tokko gara luboota hangafootaa dhaqee, 15 "Yoo ani isa dabarsee isinitti kenne isin maal naaf kennitu?" jedhee gaafate. Isaanis meetii soddomaan walii galan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também