Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 6

Hin Yaaddaʼinaa

25 "Kanaafuu ani isinittin hima; Maal nyaanna yookaan maal dhugna?jettanii waaʼee jireenya keessanii hin yaaddaʼinaa; yookaan maal uffanna?jettanii waaʼee dhagna keessanii hin yaaddaʼinaa. Jireenyi nyaata hin caaluu? Dhagnis uffata hin caaluu?

33 Garuu duraan dursaatii mootummaa isaatii fi qajeelummaa isaa barbaadaa; wanni kun hundinuu akkasuma isiniif kennama.

Veja também