Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 6

Duʼaa

5 "Isin yommuu duʼaa gootan akka fakkeessitootaa hin taʼinaa; isaan namatti mulʼachuuf jedhanii manneen sagadaa keessaa fi golee karaa irra dhaabatanii duʼaa gochuu jaallatuutii. Ani dhuguman isinitti hima; isaan gatii isaanii argataniiru.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também